Madda Wålååbúú   (@MusaAbdullahi)
39 Followers · 45 Following

read more
Joined 17 July 2018


read more
Joined 17 July 2018
13 JUL 2022 AT 11:52

Be the first to apologize for your mistakes . You'll never learn anything or impress anyone by making excuses & shifting the blame . Treat everyone with dignity & respect . You may be successful , but that doesn't make you better than anyone else .
💯
Dogoggora keetif dhiifama gaafachuuf jalqaba ta'i . Sababa dhiyeessuun & komachuu jijjiiruun gonkumaa homaa hin barattu ykn nama hin dinqisiifattu . Nama hunda ulfina & kabajaan ilaalaa . Milkaa'uu dandeessa garuu sun nama kamiyyuu caalaa si hin godhu .

-


13 JUL 2022 AT 11:45

How can I get it at home
When I love you
Where is your favorite book
What's the best person you think?Yaa
Which means that you
I have developed a great deal with you

-


25 SEP 2021 AT 11:34

Dhugaan bakka itti badde malee
bakka cabdetti hin yaalamtu
Kanaaf Dhugaa
Osoo hin cabin yaaluutu
Dirqama taya

-


1 MAR 2021 AT 22:58

◇Nama Oliin Eegdu gaditti Arguun

◇Nama Gadiitti Eegdu Olitti Arguun
●Hunduu Qooda Rabbiiti.
Garuu Tattaafachuun Sirra jirti

-


1 MAR 2021 AT 22:01

¤Yeroo Hireen《carraan》Siif Tole
》Hundinuu Fira keeti
《Yeroo Rakkinaa garuu
♡Firrinuu Diina keeti¿

-


14 OCT 2020 AT 11:53

Rabbiin Haqa Miidhamaa
akkamiin kafala?
Eenyu kan dhugaa barbaadu?

-


3 OCT 2020 AT 22:53

Adduunyaa tana irraa maal
akkaan jaalatta ?

-


3 OCT 2020 AT 14:12

✍😭Dubartii ulfaa tokotu baayyee dheebottee😭 gaaddisa mukaa tokko jala taa'aa turte,‼✍ bishaan ‼✍baayyee dheebottus garuu ✍argachuu hin dandeenye.😢🤲😭✔

-


18 AUG 2020 AT 11:33

MEE dubbisaa ykn gorsa gabaabduu
kana Ammaa dhumatti dubbisaa
 1✴Jireenya keessatti itti gaafatamummaa fudhachuu
hin sodaatin. Tarii yoo milkoofte
gaggeessaa taata.
Yoo Dadhabde immoo irraa baratta.

-


27 JUN 2020 AT 11:08

Galii Ababor

-


Fetching Madda Wålååbúú Quotes